Moggaasni Oromoo, durii fi amma, akkaataa seenaa keessatti barreeffame. Hojiin isa jalqabaa: "Moggaasa koo ani akkamitti beeka?" jedhu. Kana keessatti barattoonni akkaataa ‘oraal history’ (seenaa afaanii) tiin moggaasa akka galmeessan, gaafii fi deebii (interview) akka gaggeessan ta’a.
Kutaan kun gaazexaa (newspaper) fi raadiyoo Oromoo irraa barattoonni akka qoratan. Isaan akkaataa (Who, What, Where, When, Why, How) tiin odeessa (news) barreessuu. Kitaaba Afaan Oromoo Kutaa 9
“Afaan keenya nagaan hin jiraanne, jireenyi keenya du’a”; waan ta’eef, kitaabichi karaa keessan haala ifaa ta’een ibsaa. Moggaasni Oromoo, durii fi amma, akkaataa seenaa keessatti