Yes, you can have both
CryptPad is a collaborative office suite that is end-to-end encrypted and open-source.
Try CryptPadMacaafota 27 of keessaa qaba. Jireenya Yesuus Kiristoos, hojii ergamootaa fi xalayyoota waldaa Kiristaanaa jalqabaatiif barreeffaman of keessatti qabata.
Macaafni Qulqulluun madda isaa Waaqayyo irraa akka argate amantoonni ni amanu. Akka Kitaabni Qulqulluun ofii isaatiin jedhutti, namoonni barreessan hundi geggeeffamaa turan. macaafa qulqulluu eenyutu barreesse
irratti immoo, "Kitaabonni Qulqulluun hundi geggeessaa hafuura Waaqayyootiin kan barreeffaman" jedhamee ibsameera. Hiika Afaan Oromootti Macaafa Qulqulluu eenyutu barreesse? - Oromo Bible Study Macaafota 27 of keessaa qaba
Macaafa Qulqulluu kan barreesse eenyu? Gaaffiin kun yeroo baay'ee gaafatama. Macaafni Qulqulluun namoota garaa garaa ta'aniin waggoota 1,600 (DH.K.D. 1513 hanga DH.K.B. 98) gidduutti barreeffame. macaafa qulqulluu eenyutu barreesse